![Copertina del podcast](https://d3wo5wojvuv7l.cloudfront.net/t_square_limited_480/images.spreaker.com/original/ec388a3d1e34badb80af0ea0c7c04449.jpg)
Contatti
Info
Afaan Oromo Gospel Radio Podcast
![Copertina del podcast](https://d3wo5wojvuv7l.cloudfront.net/t_square_limited_480/images.spreaker.com/original/ec388a3d1e34badb80af0ea0c7c04449.jpg)
Birmaduu Radio Podcast
Birmaduu Radio Podcast
Wanda Na Dura Jiru Duwwaatti Haa Hiixannu
26 AGO 2018 · Ergaa Wangeelaa, Lb. Dr. Gammachuu Olanaan qophaa'e .
“Obboloota ko ani akka nama harka isaa keessa isa galfatetti of hin lakkaa’u. Hata’u iyyuu male. Waan tokko nan godha; wanta na booddetti hafe yaaduu dhiisee; wanta na dura jirutti nan hiixadha.” Fipl. 3:13
Raawwii Akeeka Waqayyoo
4 AGO 2018 · Barsiisa Wangeelaa seenaa Ruth irratti hundaa'e. Lb. Gemechu Olanaan kan qoophaa'e. | Bible lesson based on the history of Ruth.
Jireenya fi Hoogansa Ogummaa Sodaa Waaqayyon Masakamu
27 GIU 2018 · Ergaa Wangeelaa Waa'ee jireenyaa Hoogansaa kan Ogumaa Sodaa Waaqayyoon Masakamu. Lb. Gammachuu Olaanaan kan qophaa'e. 1Sam. 13 -16
Hiikaa Jireenyaa
12 MAG 2018 · Lb. Gammachuu Olanaan kan qophaa'ee, ergaa Wangeelaa Hiikaa Jireenyaa kan Ilaaluu, Luq. 22:24-29 kan hundaa'ee.
Ijaarsa Haraa Kan Mulata Waqayoo irratti Hundaa'e
6 MAG 2018 · Barsiisa Sagalee Waaqayyoo waa'ee Ijaarsa haaraa, seenaa Nahimiyaa irratti Kan hundaa'ee. Lb. Dr. Gammachuu Olaanaan kan qophaa'e.
Dhudhaa Wangeelaatti Jiraachuu Amanaa Tokko
6 MAG 2018 · Jireenyaa dhuudhaa Wangeelatti jirachuu duuka buutuu Gooftaa Yesuus tokko. Lb. Gammachuu Olanaan kan qophaa'e.
Jireenyaa Abdii, Kan Amanamummaa Waaqayyoo Irratti Hundaa'e
28 APR 2018 · Jireenyaa abdii, Kan amanamummaa Waaqayyoo irratti hundaa'e.
Abdii Waaqayoo Nuuf Kenne
27 GIU 2017
Afaan Oromo Gospel Radio Podcast
Informazioni
Autore | BIRMADUU GOSPLE MEDIA |
Categorie | Religione e spiritualità |
Sito | www.birmaduu.com |
podcast@birmaduu.com |
Copyright 2024 - Spreaker Inc. an iHeartMedia Company